Hojiin Kominikeeshinii fi qunnamtuu ummataa

Magaalaa Shaggaritti leenjiin dandeettii raawwachiistummaa cimsuu maalummaa Qunnamtii Uummataa (PR) . . .
Dandeettii Raawwachiistummaa Cimsuu

Magaalaa Shaggaritti leenjiin dandeettii raawwachiistummaa cimsuu PR seektaroolee Mootummaa Magaalichaaf kennamaa jira.
Daandiin Shaggar Eegalame

Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Gafarsa Gujeetti daandiin kiilomeetira 8 Aanaalee Eegduufi Gudduu wal-qunnamsiisu Mana Qopheessaa Magaalaa Shaggariin ijaaramu eegalchiifameera.
Sheedii Misooma Beelladaa Shaggarii

Magaalaa Shaggaritti baatiiwwan jahan darbanitti sheediiwwan misooma beelladaaf oolan kuma 6fi 889 xumuramuun tajaajilaaf gahaniiru.
Gamaggama Hojii Magaalota Shaggarii fi Finfinnee

Bulchiinsi Magaalaa Shaggarii fi Finfinnee hojii nageenyaa fi misoomaa ji’oottan 6 keessatti hojii qindoomina magaaloota lamaaniin hojjetame gamaggamaa jiru.
