A Great Milestone of Expanding Digital Platforms

Shaggar City Communication Office is working on expanding digital media platforms to make it a modern and modern communication system, and to achieve this, its new website has been developed
Waltajjiiwwan dijitaalaa Babal’isuu keessatti Milkaa’ina Guddaa

Waajjirri Komunikeeshinii Magaalaa Shaggar waltajjiiwwan miidiyaa dijitaalaa babal’isuun sirna komunikeeshinii ammayyaa fi ammayyaa taasisuuf hojjechaa kan jiru yoo ta’u, kana galmaan ga’uuf marsariitiin isaa haaraan qophaa’ee jira.
