Magaalomsuu fi Pilaanii Haaraa Muummee Magaalaa Shaggar

Magaalomsuu fi Pilaanii Muummee Magaalaa Shaggar

Magaalaan Shaggar Pilaanii muummee haarawaa bocuudhaan qabatamaan hojiitti hiikuu eegaltee kan jirtu yoo ta’u, kunis Magaalomsuu ammayyaa’aa,misoomawaa, hammataa, caasawaa, hidhaminsa naannoofi egeree Magaalichaa kan giddu-galeeffatedha.

Share Now