Ifxaara Tokkummaa fi Nageenyaaf

Qondaaltota mootummaa, abbootii amantaa, fi keessummoota hawaasaa walitti fiduun Magaalaa Shaggar Magaalaa Shaggar keessatti sagantaan Ifxaar gaggeeffameera.

Dhaabbattoonni walqixxummaan amantaa fi obbolummaan bu’uura nagaa ta’uu ibsuun, hawaasni Musliimaa ga’ee tokkummaa fi misooma keessatti qabu akka cimsu jajjabeessa.

“Baatii Ramadaanaa ji’a eebbaa, gaarummaa fi ifa obbolummaati”

Obbo Alamayo Tullu

Itti gaafatamaa Damee Paartii Shaggar

Share Now

Oduu Gurguddoo

Daandiin Shaggar Eegalame
Daandiin Shaggar Eegalame
Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Gafarsa Gujeetti daandiin kiilomeetira 8 Aanaalee Eegduufi Gudduu wal-qunnamsiisu Mana Qopheessaa Magaalaa Shaggariin ijaaramu eegalchiifameera.
Read More →