Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti raawwiin hojii baatiiwwan jahan darbanii Mootummaafi Paartii qoratamaa jira.
Haaluma kanaan hojiiwwan nageenyaa akkasumas inisheetiiviiwwan misoomaa garagaraa fayyadamummaa uummataa mirkaneessuuf seektaroolee Mootummaatiin sadarkaa hundatti raawwataman dhiyaachaa jira.
