Magaalaa Shaggaritti misooma Qamadii jallisii boneetiin lafti heektaara kuma 41fi 43 irratti faca’eera

Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti raawwiin hojii baatiiwwan jahan darbanii Mootummaafi Paartii qoratamaa jira.

Haaluma kanaan hojiiwwan nageenyaa akkasumas inisheetiiviiwwan misoomaa garagaraa fayyadamummaa uummataa mirkaneessuuf seektaroolee Mootummaatiin sadarkaa hundatti raawwataman dhiyaachaa jira.

Share Now