Qindoominni Bu’aa Qabeessaa Raayyaa Nageenyaa Magaalaa Finfinnee fi Gaachana Sirnaa Magaalaa Shaggar Milkaa’ina Nageenya Walootiif bu’uura ta’eera
Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa Magaalaa Finfinnee fi Waajjirri Bulchiinsaa fi Nageenyaa Magaalaa Shaggar waltajjii gamaggama hojii baatii jahaa bara 2018 waloon gaggaassaa turan goolabame.
