“Sirna bulchiinsa invastimantii ammayyeessuun bu’a qabeessummaa damee invastimantii guddisuuf hojjetamaa jira”
Obbo Guyyoo Galgaloo
Magaalaa Shaggaritti Raawwii moosaajii haaraa “Smart Investment Management System” irratti Ogeessota Damee Qindeessaaf kennamaa jira.
