Manni marechaa qaboo yaa’ii idilee 11ffaafi ajandaalee yaa’ii idilee 12ffaa raggaasisuun yaa’ii isaa eegaleera.
Haaluma kanaan gabaasa raawwii hojii waliigalaa qaama raawwachiisaa Magaalaa Shaggar dhaggeeffachuun kallattiin xumura irratti ni kennama.
